Tiraaktii wangeelaafi Waldaa macaafa Qulqulluu

Gara Tiraaktii wangeelaafi Waldaa Macaafa qulqulluutti baga nagayaan dhuftan. Galmi Tiraaktii wangeelaafi waldaa macaafa Qulqulluu addunyaa wajjiin oduu Gaarii fayyinaa fi araara Iyyesuus Kiristoosiitti amanuu walii hiruufi ergama yesuus galmaan ga’uudha.

Nu qunnami

Waa’ee macaafa Qulqulluu gaaffii yoo qabaatte yookiin kanneen biroo wajjiin waa’ee ergaa isaa dubbachuu yoo barbaadde maaloo guca armaan gadii guuti. akkasumas tiraaktii argattee bilisaan dubbisuu fi raabsuus yoo barbaadde gaaffii nuuf dhiyeessi.


Tiraaktiidhaaf ajaji